Isaías 59

GAZ

1 Dhugumaan harki Waaqayyoo fayyisuuf gabaabaa miti;

2 Yakki keessan garuu Waaqa keessaniin

3 Harki keessan dhiigaan,

4 Namni murtii qajeelaa barbaadu hin jiru;

5 Isaan hanqaaquu buutii yaasan; manʼee sariitii foʼan.

6 Foʼaan isaanii uffata hin taʼu;

7 Miilli isaanii gara cubbuutti fiiga;

8 Isaan karaa nagaa hin beekan;

9 Kanaafuu murtiin qajeelaan nurraa fagaateera;

10 Nu akkuma jaamaa dallaa qaqqabachaa deemna;

11 Nu hundi akka amaaketaa gururiina;

12 Yakki keenya fuula kee duratti baayʼateeraatii;

13 nu fincillee Waaqayyoon sobne;

14 Kanaafuu murtii qajeelaan duubatti deebifameera;

15 Dhugaan eessumattuu hin argamu;

16 Inni akka namni tokko iyyuu hin jirre arge;

17 Qajeelummaa akka gaachana qomaatti kaaʼatee

18 Kanaafuu inni akkuma hojii isaaniitti,

19 Namoonni lixa biiftuu maqaa Waaqayyoo sodaatu;

20 “Furaan gara Xiyoon, gara warra mana Yaaqoob keessaa

21 “Gama kootiin kakuun koo kan ani isaan wajjin qabu kana” jedha Waaqayyo. “Hafuurri koo kan sirra jiru, dubbiin koo kan ani afaan kee keessa kaaʼe sun afaan keetii yookaan afaan ijoollee keetiitii yookaan afaan ijoollee ijoollee isaaniitii harʼaa jalqabee bara baraan hin badu” jedha Waaqayyo.

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado