Isaías 34

GAZ

1 Yaa saboota, isin as dhiʼaadhaatii dhaggeeffadhaa;

2 Waaqayyo saboota hundatti aareera;

3 Isaan keessaa warri duʼan alatti gad darbataman;

4 Raayyaawwan samii hundinuu ni baqu;

5 Goraadeen koo samii keessatti hamma quufutti dhugeera;

6 Goraadeen Waaqayyoo dhiiga keessa cuuphameera;

7 Gafarsi isaan wajjin,

8 Waaqayyo guyyaa itti haaloo baʼu,

9 Burqaawwan Edoom leeleetti,

10 Inni halkan yookaan guyyaa hin dhaamu;

11 Cululleen gammoojjiitii fi dhaddeen lafa sana ni fudhatu;

12 Gurguddoonni ishee waan mootummaa jedhamee waamamu // achii hin qabaatan;

13 Masaraa ishee qoraattii,

14 Uumamawwan gammoojjii waraabessa wajjin wal gaʼu;

15 Urunguun achitti manʼee ijaarrattee hanqaaquu hanqaaqxi;

16 Kitaaba Waaqayyoo keessaa ilaalaatii kan akkana jedhu dubbifadhaa:

17 Isatu qooda isaanii hiraaf;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado