1 Yaa barbadeessaa,
2 Yaa Waaqayyo, nu maari; nu si eeggannaa.
3 Sagalee kakawwee keetiitiin, namoonni baqatu;
4 Yaa saboota, akkuma hawwaannisni walitti qabamu sana
5 Waaqayyo ol ol jedha; inni ol gubbaa jiraataatii;
6 Inni bara keetiif hundee amansiisaa, kuusaa fayyinaa,
7 Kunoo gootonni isaanii sagalee ol fudhatanii daandii irratti iyyu;
8 Karaawwan gurguddaan onaniiru;
9 Lafti ni boossi; ni barbadoofti;
10 Waaqayyo akkana jedha; “Ani amma nan kaʼa;
11 Isin habaqii ulfooftu; cidii deessu;
12 Namoonni akkuma nooraa gubamu;
13 Isin warri fagoo jirtan waan ani hojjedhe dhagaʼaa;
14 Cubbamoonni Xiyoon keessaa ni sodaatu;
15 Namni qajeelummaan jiraatee dhugaa dubbatu,
16 iddoo ol kaʼaa irra jiraata;
17 Iji kee mooticha miidhagummaa isaatiin arga;
18 Atis akkana jettee garaa keetti raafama durii sana yaadda:
19 Ati siʼachi saba hamaa,
20 Xiyoon, magaalaa ayyaana keenyaa hubadhuu ilaali;
21 Waaqayyo achitti Humna keenya taʼa.
22 Waaqayyo abbaa murtii keenyaatii;
23 Funyoon kee laafeera;
24 Namni Xiyoon keessa jiraatu kam iyyuu, “Na dhukkuba” hin jedhu;