Isaías 31

GAZ

1 Warra gargaarsa barbaacha gara Gibxitti gad buʼaniif,

2 Taʼus inni ogeessa; balaas fiduu dandaʼa;

3 Warri Gibxi namootuma malee Waaqa miti;

4 Waaqayyo akkana naan jedha:

5 Akkuma simbirroon mataa namaa irra naannoftu sana

6 Yaa saba Israaʼel, gara Isa akka malee itti finciltan sanaatti deebiʼaa.

7 Bara sana tokkoon tokkoon keessan waaqota tolfamoo harki keessan cubbamaan sun meetii fi warqee irraa hojjetee ture sana ni gattuutii.

8 “Asoor goraadee kan namaa hin taʼiniin kufti;

9 Daʼoon isaanii sababii sodaatiif ni jiga;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado