Isaías 17

GAZ

1 Raajii Damaasqoodhaan mormu:

2 Magaalaawwan Aroʼeer ni onu;

3 Magaalaan jabeeffamtee ijaaramte Efreem keessaa,

4 “Bara sana keessa ulfinni Yaaqoob gad deebiʼa;

5 Akkuma namni midhaan haamu tokko,

6 Taʼus akkuma yeroo mukni ejersaa dhaʼamuutti,

7 Gaafas namoonni gara Uumaa isaanii ilaalu;

8 Isaan gara iddoo aarsaa,

9 Gaafas magaalaawwan jajjaboon isaan sababii Israaʼelootaatiif keessaa baʼan sun akkuma lafa bosona keessaa kan namni dhiisee deemee taʼu. Hundi ni onu.

10 Ati Fayyisaa kee, Waaqa irraanfatteerta;

11 yoo guyyuma dhaabde sana akka inni biqilu goote iyyuu

12 Saboota baayʼee kanneen aaraniif wayyoo!

13 Saboonni akkuma huursaa bishaan cabsee deemuu

14 Galgala sodaan akkuma tasaa isaan qabatti!

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado