1 Eebbi Museen namni Waaqaa sun utuu hin duʼin dura ittiin Israaʼeloota eebbise kana;
2 innis akkana jedhe:
3 Dhugumaan situ saba jaallata;
4 Museen seera nuu kenneera;
5 Yeroo hooggantoonni sabaa
6 “Ruubeen haa jiraatu malee hin duʼin;
7 Waaʼee Yihuudaas akkana jedhe:
8 Inni waaʼee Lewwiis akkana jedhe:
9 Waaʼee abbaa fi haadha isaas,
10 Inni ajaja kee Yaaqoobin,
11 Yaa Waaqayyo, ogummaa isaa hunda eebbisiif;
12 Waaʼee Beniyaam akkana jedhe:
13 Waaʼee Yoosef akkana jedhe:
14 midhaan filatamaa aduun biqilchituun,
15 kennaawwan filatamoo tulluuwwan duriitiin,
16 kennaa filatamaa lafaatii fi guutummaa isaatiin,
17 Inni ulfinaan korma hangafa fakkaata;
18 Waaʼee Zebuuloonis akkana jedhe:
19 Isaan saboota gara tulluutti ni waamu;
20 Waaʼee Gaad immoo akkana jedhe:
21 Inni ofii isaatiif lafa gabbataa filate;
22 Waaʼee Daanis inni akkana jedhe:
23 Waaʼee Niftaalemis akkana jedhe:
24 Waaʼee Aasheer immoo akkana jedhe:
25 Danqaraan balbala keetii sibiilaa fi naasii taʼa;
26 “Waaqni akka Waaqa Yishuruun,
27 Waaqni bara baraa iddoo jireenyaa keetii ti;
28 Kanaafuu Israaʼel kophaa isaa nagaadhaan jiraata;
29 Yaa Israaʼel, ati eebbifamaa dha!