1 Crônicas 6

GAZ

1 Ilmaan Lewwii:

2 Ilmaan Qohaati:

3 Ijoolleen Amraam:

4 Eleʼaazaar abbaa Fiinehaas;

5 Abiishuuwaan abbaa Buukii ti;

6 Uzii abbaa Zeraayaa ti;

7 Meraayoot abbaa Amariyaa ti;

8 Ahiixuub abbaa Zaadoqii ti;

9 Ahiimaʼaz abbaa Azaariyaa ti;

10 Yoohaanaan abbaa Azaariyaa ti;

11 Azaariyaa abbaa Amariyaa ti;

12 Ahiixuub abbaa Zaadoqii ti;

13 Shaluum abbaa Hilqiyaa ti;

14 Azaariyaa abbaa Seraayaa ti;

15 Yeroo Waaqayyo akka sabni Yihuudaatii fi Yerusaalem Nebukadnezariin boojiʼamu godhetti Yehoozaadaaqis boojiʼamee fudhatame.

16 Ilmaan Lewwii:

17 Maqaan Ilmaan Geershoom kanaa dha:

18 Ilmaan Qohaati:

19 Ilmaan Meraarii:

20 Balbala Geershoom keessaa:

21 ilma isaa Yooʼaa,

22 Ilmaan Qohaati:

23 ilma isaa Elqaanaa,

24 ilma isaa Tahaat, ilma isaa Uuriiʼeel,

25 Ilmaan Elqaanaa:

26 ilma isaa Elqaanaa, ilma isaa Zoofayi,

27 ilma isaa Eliiyaab,

28 Ilmaan Saamuʼeel:

29 Ilmaan Meraarii:

30 ilma isaa Shimeʼaa, ilma isaa Hagiyaa fi

31 Namoonni erga taabonni dhufee achi boqotee booddee Daawit akka isaan faarfannaadhaan mana Waaqayyoo keessa tajaajilaniif muude kanneenii dha.

32 Isaanis hamma Solomoon Yerusaalem keessatti mana qulqullummaa Waaqayyoo ijaaretti dunkaana qulqulluu, dunkaana wal gaʼii duratti faarfannaadhaan tajaajilaa turan. Isaanis akkuma seera isaaniif kenname sanaatti hojii isaanii hojjechaa turan.

33 Maqaan namoota ilmaan isaanii wajjin tajaajilanii kanneenii dha:

34 ilma Elqaanaa, ilma Yeroohaam,

35 ilma Zuufi, ilma Elqaanaa,

36 ilma Elqaanaa, ilma Yooʼeel,

37 ilma Tahaat, ilma Asiir,

38 ilma Yizihaar, ilma Qohaati,

39 akkasumas Asaaf obboleessi Heemaan karaa mirgaatiin dhaabata ture:

40 ilma Miikaaʼel, ilma Baʼaseeyaa,

41 ilma Etnii,

42 ilma Eetaan, ilma Zimaa,

43 ilma Yahaati,

44 karaa bitaa isaatiin immoo warri isaan wajjin turan gosa Meraarii keessaa:

45 ilma Hashabiyaa,

46 ilma Amzii, ilma Baanii,

47 ilma Mahilii,

48 Obboloonni isaanii Lewwonni akka hojii dunkaana qulqulluu mana Waaqaa hunda hojjetaniif ramadamanii turan.

49 Aroonii fi ilmaan isaa garuu akkuma waan Museen garbichi Waaqaa sun ajajee ture hundaatti hojii Iddoo Iddoo Hunda Caalaa Qulqulluu taʼe sanaatiif, sababii Israaʼeliitiifis araara buusuudhaaf iddoo aarsaa kan aarsaa gubamuutii fi iddoo aarsaa ixaanaa irratti aarsaawwan dhiʼeessaa turan.

50 Ilmaan Aroon kanneenii dha:

51 ilma isaa Bukii,

52 ilma isaa Meraayoot, ilma isaa Amariyaa,

53 ilma isaa Zaadoqii fi

54 Sababii ixaan jalqabaa isaaniif baʼeef iddoowwan kunneen Aroonii fi ilmaan isaa kanneen balbala Qohaati keessaa dhufaniif ni kennaman; iddoowwan qubata isaanii kanneen akka biyya isaanii taʼaniif isaaniif ramadamanii dha:

55 Kebroon isheen biyya Yihuudaa keessaatii fi lafti dheedaa kan naannoo isheetti argamtu isaaniif ni kennaman.

56 Lafti qotiisaatii fi gandoonni naannoo Kebrooniitti argaman garuu Kaaleb ilma Yefuneetiif ni kennaman.

57 Ilmaan Arooniif immoo magaalaawwan itti baqatan Kebroon, Libnaa, Yatiir, Eshtimoʼaa,

58 Hiileen, Debiir,

59 Ashaan, Yootaa fi Beet Shemeshitu lafa dheeda isaanii wajjin kenname.

60 Qooda gosa Beniyaam keessaa immoo Gibeʼoon, Gebaa, Alemetii fi Anaatootittu lafa dheeda isaanii wajjin ni kennameef.

61 Ilmaan Qohaati kanneen hafaniif immoo balbala walakkaa gosa Minaasee irraa magaalaawwan kudhanitu ixaadhaan kennameef.

62 Ilmaan Geershoomiitiif immoo qooda Yisaakor irraa, qooda Aasheer irraa, qooda Niftaalemiitii fi qooda Minaasee kan Baashaanitti argamu irraa magaalaawwan kudha sadii akkuma gosa gosa isaaniitti kennaman.

63 Ilmaan Meraariitiif qooda gosa Ruubeen irraa, qooda gosa Gaadiitii fi qooda gosa Zebuuloon irraa magaalaawwan kudha lama akkuma balbala balbala isaaniitti ni kennaman.

64 Akkasiin Israaʼeloonni magaalaawwan kanneen lafa dheeda isaanii wajjin Lewwotaaf ni kennan.

65 Gosa Yihuudaa irraa, gosa Simiʼooniitii fi gosa Beniyaam irraa magaalaawwan maqaan isaanii armaan olitti dhaʼame sana ixaadhaan ni kennaniif.

66 Maatiiwwan Qohaati tokko tokkos qooda gosa Efreem keessaa magaalaawwan jireenyaa argatanii turan.

67 Biyya gaaraa Efreem keessatti magaalaawwan itti baqatan Sheekem, Geezir,

68 Yoqemiʼaam, Beet Horoon,

69 Ayaaloonii fi Gat Rimoon lafa dheeda isaanii wajjin kennaniif.

70 Akkasumas Israaʼeloonni walakkaa qooda gosa Minaasee irraa Aanerii fi Bileʼaam lafa dheeda isaanii wajjin balbalawwan Qohaati kanneen hafaniif ni kennan.

71 Ilmaan Geershoom immoo:

72 gosa Yisaakor irraa

73 Raamootii fi Aanem lafa dheeda isaanii wajjin ni argatan;

74 gosa Aasheer irraa Maashaal, Abdoon,

75 Huuqooqii fi Rehoob lafa dheeda isaanii wajjin ni argatan;

76 gosa Niftaalem irraa immoo Qaadesh ishee Galiilaatti argamtu, Hamoonii fi Kiriyaataayimin lafa dheeda isaanii wajjin ni argatan.

77 Namoonni gosa Meraarii jechuunis warri Lewwotaa kanneen hafan qooda kanaa gadii argatan:

78 gosa Ruubeen kan baʼa Yerikootti Yordaanosiin gama jiru irraa Bezer ishee gammoojjii keessatti argamtu, Yaahizaa,

79 Qidemootii fi Meefiʼaati lafa dheeda isaanii wajjin ni argatan.

80 Gosa Gaad irraa Raamooti ishee Giliʼaad keessaa, Mahanayiim,

81 Heshboonii fi Yaʼizeer lafa dheeda isaanii wajjin ni argatan.

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado