Salmos 94

GAZ

1 Yaa Waaqayyo, Waaqa haaloo baaftu,

2 Yaa Abbaa Murtii lafa kanaa kaʼi;

3 Yaa Waaqayyo, hamma yoomiitti warri hamoon,

4 Isaan dubbii of tuulummaa gad roobsu;

5 Yaa Waaqayyo, isaan saba kee miidhu;

6 Haadha hiyyeessaatii fi keessummaa ni gorraʼu;

7 Isaan, “Waaqayyo hin argu;

8 Warri saba keessaa raatoftan mee hubadhaa;

9 Inni gurra uume sun hin dhagaʼuu?

10 Inni saboota sirreessu sun hin adabuu?

11 Waaqayyo yaada namaa beeka;

12 Yaa Waaqayyo, namni ati adabdu,

13 hamma hamootaaf boolli qotamutti,

14 Waaqayyo saba isaa hin gatuutii;

15 Murtiin qajeelummaa irratti hundeeffama;

16 Eenyutu hamootatti naa kaʼa?

17 Utuu Waaqayyo na gargaaruu baatee,

18 Yaa Waaqayyo yeroo ani, “Miilli koo mucucaateera” jedhetti,

19 Yommuu yaaddoon natti baayʼatetti,

20 Bulchitoonni hamoon, warri seeratti fayyadamanii jalʼina hojjetan

21 Isaan tokkummaadhaan nama qajeelaatti kaʼanii

22 Waaqayyo garuu daʼoo,

23 Inni gatii cubbuu isaanii isaanumatti deebisa;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado