Salmos 89

GAZ

1 Ani waaʼee araara Waaqayyoo bara baraan nan faarfadha;

2 Akka araarri kee bara baraan jiraatu,

3 Ati akkana jetteerta; “Ani filatamaa koo wajjin kakuu galeera;

4 ‘Ani bara baraan sanyii kee nan dhaaba;

5 Yaa Waaqayyo, samiiwwan dinqii kee jaju;

6 Samii keessatti eenyutu Waaqayyoon qixxaachuu dandaʼa?

7 Waaqni waldaa qulqullootaa keessatti baayʼee sodaatama;

8 Yaa Waaqayyo, Waaqa Waan Hunda Dandeessu, // kan akka keetii eenyu?

9 Ati raafama galaanaa ni moota;

10 Akka warra qalamaniitti Raʼaabin bulleessite;

11 Samiiwwan kan kee ti; laftis akkasuma kan kee ti;

12 Kaabaa fi kibba situ uume;

13 Ati irree jabaa qabda; harki kee jabaa dha;

14 Qajeelummaa fi murtiin qajeelaan hundee teessoo keetii ti;

15 Yaa Waaqayyo, warri siif ililchuu beekan,

16 Isaan guyyaa guutuu maqaa keetiin gammadu;

17 Ati ulfina jabina isaanii ti;

18 Dhugumaan gaachanni keenya kan Waaqayyoo ti;

19 Ati dur akkana jettee saba kee amanamaatti

20 Ani garbicha koo Daawitin argadheera;

21 Harki koo isa wajjin jira;

22 Diinni tokko iyyuu isa hin moʼatu;

23 Amajaajota isaa fuula isaa duratti nan barbadeessa;

24 Amanamummaa fi araarri koo isa wajjin jiraata;

25 Ani harka isaa galaana irra,

26 Innis, ‘Ati Abbaa koo ti;

27 Anis ilma koo hangafa,

28 Jaalala koos bara baraan isaaf nan tursa;

29 Hidda sanyii isaa bara baraan,

30 “Yoo ilmaan isaa seera koo eeguu didan,

31 yoo isaan sirna koo cabsanii

32 ani cubbuu isaanii uleedhaan,

33 ani garuu jaalala koo isa irraa hin fudhadhu;

34 Ani kakuu koo hin cabsu;

35 Siʼa tokko yeroo hundaaf, qulqullina kootiin kakadheera;

36 Sanyiin isaa bara baraan itti fufa;

37 akkuma jiʼaas bara baraan ni jiraata;

38 Ati amma garuu isa dhiifteerta; tuffatteertas;

39 Kakuu tajaajilaa kee wajjin galte cabsiteerta;

40 Dallaa isaa hunda caccabsiteerta;

41 Warri achiin darban hundi isa saamu;

42 Ati harka amajaajii isaa mirgaa ol qabdeerta;

43 Arfii goraadee isaa duubatti deebifteerta;

44 Surraa isaa isa irraa balleessiteerta;

45 Umurii dargaggummaa isaa gabaabsiteerta;

46 Yaa Waaqayyo, kun hamma yoomiitti?

47 Umuriin koo hammam akka gabaabaa taʼe yaadadhu.

48 Utuu duʼa hin argin jiraachuu kan dandaʼu

49 Yaa Gooftaa, jaalalli kee guddaan durii kan ati amanamummaa keetiin

50 Yaa Gooftaa, akkamitti akka tajaajilaan kee tuffatame,

51 yaa Waaqayyo, qoosaa diinonni kee natti qoosan,

52 Galanni bara baraan Waaqayyoof haa taʼu!

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado