Salmos 86

GAZ

1 Yaa Waaqayyo, waan ani hiyyeessaa fi rakkataa taʼeef,

2 Ani sitti of kenneeraatii lubbuu koo eegi.

3 Yaa Gooftaa na maari;

4 Lubbuu garbicha keetii gammachiisi;

5 Yaa Gooftaa ati gaarii dha; dhiifamas namaa goota;

6 Yaa Waaqayyo, kadhannaa koo dhagaʼi;

7 Ani guyyaa rakkina kootiitti sin waammadha;

8 Yaa Gooftaa, waaqota keessaa kan akka keetii hin jiru;

9 Yaa Gooftaa, saboonni ati uumte hundinuu dhufanii,

10 Ati guddaa fi kan hojii dinqisiisaa hojjettuu dha;

11 Yaa Waaqayyo, karaa kee na barsiisi;

12 Yaa Waaqa koo Gooftaa, ani garaa koo guutuudhaan sin galateeffadha;

13 Jaalalli ati naa qabdu guddaadhaatii;

14 Yaa Waaqi, of tuultonni natti kaʼaniiru;

15 Yaa Gooftaa, ati garuu Waaqa garaa laafessaa fi arjaa dha;

16 Gara kootti deebiʼiitii na maari;

17 Akka diinonni koo arganii qaanaʼaniif,

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado