1 Yaa Waaqi, Xiyoon keessatti galatatu si eeggata;
2 Yaa isa kadhannaa namaa dhageessu,
3 Yeroo cubbuun na moʼattetti,
4 Warri ati filattee akka isaan qeʼee kee jiraataniif
5 Yaa Waaqi Fayyisaa keenya,
6 ati humna uffatteerta;
7 ati huursaa galaanaa,
8 Warri fagoo jiraatan dinqiiwwan kee ni sodaatu;
9 Ati lafa ni eegda; bishaanis ni obaafta;
10 Boʼoo isaa bishaan quubsita;
11 Gaarummaa keetiin bara ni gonfita;
12 Lafti margaa kan gammoojjii akka malee misa;
13 Dirreewwan bushaayeedhaan guutamu;