Salmos 55

GAZ

1 Yaa Waaqi, kadhannaa koo dhagaʼi;

2 Na dhagaʼiitii deebii naa kenni;

3 Sagalee diinaatiin,

4 Lapheen koo na keessatti dhiphatte;

5 Sodaa fi hollannaan natti dhufeera;

6 Anis akkana nan jedhe; // “Utuu ani akkuma gugee qoochoo qabaadhee!

7 Silaa fagootti baqadhee

8 silaa bubbee hamaa fi qilleensa jabaa irraa fagaadhee

9 Yaa Gooftaa, namoota hamoo burjaajessi;

10 Isaan halkanii guyyaa ol baʼanii dallaa ishee irra naannaʼu;

11 Ishee keessa badiisatu jira;

12 Utuu diinni na arrabsee,

13 Garuu siʼi namuma akka kootii,

14 Tokkummaadhaan mana Waaqaa walii wajjin deemne;

15 Duuti tasa isaanitti haa dhufu;

16 Ani garuu Waaqa nan waammadha;

17 Ani galgala, ganamaa fi waareetti dhiphinaan nan iyya;

18 Yoo namni baayʼeen anaan morme illee,

19 Waaqni inni durumaa jalqabee teessoo irra jiru sun,

20 Hiriyaan koo michoota isaatti harka isaa ol fudhate;

21 Dubbiin isaa akkuma dhadhaa ti; nama hin quuqu;

22 Yaaddoo kee Waaqayyotti kennadhu;

23 Yaa Waaqayyo, ati garuu

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado