1 Yaa nama jabaa nana, ati maaliif hamminaan koorta?
2 Ati namni nama gowwoomsitu,
3 Ati waan gaarii irra waan hamaa jaallatta;
4 Yaa arraba gowwoomsituu nana,
5 Kanaafuu Waaqni bara baraan si balleessa:
6 Qajeeltonni waan kana arganii sodaatan;
7 “Kunoo, namicha Waaqa daʼoo isaa hin godhatin,
8 Ani garuu akkuma ejersa
9 Sababii ati waan kana gooteef