Salmos 2

GAZ

1 Namoonni maaliif akkanumaan malatu?

2 Mootonni lafaa kaʼanii,

3 isaanis, “Kottaa foncaa isaanii of irraa kukkunnaa;

4 Inni samii keessa, teessoo irra taaʼee jiru ni kolfa;

5 Innis aarii isaatiin isaan ifata;

6 innis, “Ani tulluu koo qulqulluu irra, Xiyoon irra,

7 Ani seera Waaqayyoo nan labsa:

8 Na kadhadhu;

9 Ati ulee sibiilaatiin isaan cabsita;

10 Kanaafuu yaa mootota, qalbeeffadhaa;

11 Sodaadhaan Waaqayyoon tajaajilaa;

12 Akka inni hin aarreef,

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado