Salmos 132

GAZ

1 Yaa Waaqayyo, Daawitii fi

2 Inni kakuu tokko Waaqayyoof kakatee

3 “Ani mana koo ol hin seenu;

4 Ani ija kootiif hirriba,

5 kunis hamma ani Waaqayyoof iddoo argutti,

6 Kunoo, Efraataatti waaʼee isaa dhageenye;

7 “Kottaa iddoo jireenya isaa dhaqnaa;

8 ‘Yaa Waaqayyo kaʼiitii, gara iddoo boqonnaa keetii kottu;

9 Luboonni kee qajeelummaa haa uffatan;

10 Sababii garbicha kee Daawitiif jedhiitii,

11 Waaqayyo akkana jedhee kakuu dhugaa tokko Daawitiif kakateera;

12 yoo ilmaan kee kakuu koo fi seera ani isaan barsiisu eegan,

13 Waaqayyo Xiyoonin filateeraatii;

14 “Kun bara baraa hamma bara baraatti iddoo jireenyaa koo ti;

15 Ani waan hundaan ishee nan eebbisa;

16 Luboota isheetti fayyina nan uffisa;

17 “Ani achitti akka gaanfi tokko Daawitiif biqilu nan godha;

18 Diinota isaatti qaanii nan uffisa;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado