Salmos 129

GAZ

1 Israaʼel akkana haa jedhu;

2 isaan dargaggummaa kootii jalqabanii akka malee na cunqursaniiru;

3 Warri qootiisa qotan dugda koo qotan;

4 Waaqayyo garuu qajeelaa dha;

5 Warri Xiyoonin jibban hundinuu,

6 Isaan akka marga bantii manaa irraa

7 namichi haamu qabaa isaa guuttachuu,

8 Warri achiin darban, “Eebbi Waaqayyoo isiniif haa taʼu;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado