Salmos 119

GAZ

1 Warri jireenyi isaanii mudaa hin qabne,

2 Warri ajajawwan isaa eegan,

3 Isaan balleessaa hin hojjetan;

4 Akka Seerri kee amanamummaadhaan

5 Akka ani ajaja kee eeguuf

6 Ani utuun ajajawwan kee hunda xiyyeeffadhee ilaalee

7 Ani yommuun seera kee qajeelaa sana baradhutti,

8 Ani sirna keetiif nan bula;

9 Dargaggeessi akkamitti jireenya qulqulluu jiraachuu dandaʼa?

10 Ani garaa koo guutuudhaan sin barbaada;

11 Ani akkan cubbuu sitti hin hojjenneef,

12 Yaa Waaqayyo, galanni siif haa taʼu;

13 Ani seera afaan keetii baʼu hundumaa,

14 Akkuma namni tokko badhaadhummaa guddaatti gammadu,

15 Ajajawwan kee irra deddeebiʼee nan yaada;

16 Ani sirna keetti nan gammada;

17 Akka ani jiraadhuu fi dubbii kee eeguuf,

18 Akka ani seera kee keessatti

19 Ani lafa irratti keessummaa dha;

20 Lubbuun koo yeroo hunda

21 Ati of tuultota warra abaaramoo,

22 Waan ani seera kee eeguuf,

23 Bulchitoonni walii wajjin taaʼanii yoo maqaa na balleessan iyyuu,

24 Ajajni kee gammachuu koo ti;

25 Lubbuun koo biyyootti maxxante;

26 Yeroo ani waaʼee karaa koo sitti himetti,

27 Barsiisa seera keetii na hubachiisi;

28 Lubbuun koo gaddaan laafteerti;

29 Karaa sobaa irraa na fageessi;

30 Ani karaa dhugaa filadheera;

31 Yaa Waaqayyo, ani ajaja kee

32 Sababii ati hubannaa koo naa balʼifteef

33 Yaa Waaqayyo, akka ani sirna kee duukaa buʼu na barsiisi;

34 Akka ani seera kee eegee garaa koo guutuun

35 Daandii ajajawwan keetii irra na deemsisi;

36 Garaa koo gara ofittummaadhaan faayidaa argachuutti utuu hin taʼin,

37 Ija koo waan faayidaa hin qabne irraa deebisi;

38 Ati akka sodaatamtuuf,

39 Salphina ani sodaadhu narraa fageessi;

40 Kunoo, ani sirna kee nan hawwa;

41 Yaa Waaqayyo, jaalalli kee kan hin geeddaramne sun,

42 yoos ani sababii dubbii kee amanadhuuf,

43 Waan ani seera kee abdadheef,

44 Bara baraa hamma bara baraatti,

45 Ani ajaja kee waanan barbaaduuf,

46 Ani waaʼee ajaja keetii mootota duratti nan dubbadha;

47 waan ani ajajawwan kee jaalladhuuf,

48 Ani gara ajajawwan kee kanneen ani jaalladhu sanaatti // harka koo ol nan fudhadha;

49 Waadaa tajaajilaa keetiif seente sana yaadadhu;

50 Rakkina koo keessatti jajjabinni koo kana:

51 Of tuultonni akkuma barbaadanitti natti qoosu;

52 Yaa Waaqayyo, ani seera kee durii sana nan yaadadha;

53 Sababii hamoota warra seera kee dhiisaniitiif,

54 Iddoo keessummummaa koo hundatti

55 Yaa Waaqayyo, ani halkan keessa maqaa kee nan yaadadha;

56 Waan ani ajaja kee eegeef,

57 Yaa Waaqayyo, ati qooda koo ti;

58 Ani garaa koo guutuun fuula kee barbaaddadheera;

59 Ani karaa koo itti deddeebiʼee yaadeera;

60 Ani ajajawwan kee eeguuf,

61 Hamoonni yoo funyoodhaan na hidhan iyyuu,

62 Sababii seera kee qajeelaa sanaatiif,

63 Ani warra si sodaatan hundaaf,

64 Yaa Waaqayyo, lafti jaalala keetiin guutamteerti;

65 Yaa Waaqayyo, ati akkuma dubbii keetiitti,

66 Murtii gaarii fi beekumsa na barsiisi;

67 Ani utuun hin rakkatin karaa irraa badee ture;

68 Ati gaarii dha; wanni ati hojjettus gaarii dha;

69 Of tuultonni yoo sobaan maqaa na balleessan iyyuu,

70 Onneen isaanii mooraan haguugamteerti;

71 Akka ani sirna kee baradhuuf,

72 Meetii fi warqee kumaatama irra,

73 Harki kee na uume; na tolches;

74 Sababii ani dubbii kee abdadheef,

75 Yaa Waaqayyo, ani akka murtiin kee qajeelaa taʼe,

76 Akkuma ati tajaajilaa keetiif waadaa galte sanatti,

77 Akka ani lubbuun jiraadhuuf gara laafinni kee gara koo haa dhufu;

78 Of tuultonni waan sababii malee na yakkaniif haa qaanaʼan;

79 Warri si sodaatan, kanneen seera kee hubatan

80 Akka ani hin qaanofneef

81 Lubbuun koo fayyisuu kee hawwuudhaan gaggabdi;

82 Iji koo waadaa kee eeggachuudhaan dadhabe;

83 Qalqalloo wayinii kan aara keessa ture

84 Tajaajilaan kee hamma yoomiitti obsuu qaba?

85 Of tuultonni warri akka seera keetiitti hin bulle,

86 Ajajawwan kee hundinuu amanamoo dha;

87 Isaan lafa irraa na balleessuu gaʼanii turan;

88 Ati akkuma jaalala keetiitti lubbuu koo baraari;

89 Yaa Waaqayyo, dubbiin kee bara baraan jiraata;

90 Amanamummaan kee dhaloota hundaaf itti fufa;

91 Sababii wanni hundinuu si tajaajiluuf,

92 Utuu seerri kee gammachuu naa taʼuu baatee,

93 Sababii ati isaan na jiraachifteef,

94 Sababii ani kan kee taʼeef na fayyisi;

95 Hamoonni na balleessuuf na eeggachaa jiru;

96 Ani akka wanni mudaa hin qabnee hundinuu daangaa qabu argeera;

97 Ani seera kee akkaman jaalladha!

98 Ajajawwan kee waan yeroo hunda na wajjin jiraniif,

99 Ani sababiin irra deddeebiʼee seera kee yaaduuf,

100 Ani sababiin ajaja kee eeguuf,

101 Ani akkan dubbii kee eeguuf,

102 Waan ati mataan kee na barsiifteef,

103 Dubbiin kee akkam arraba kootti miʼaawa;

104 Ani qajeelfama kee irraa hubannaa argadheera;

105 Dubbiin kee miilla kootiif ibsaa dha;

106 Ani akkan seera kee qajeelaa sana eeguuf, kakadheera;

107 Ani akka malee dhiphadheen jira; yaa Waaqayyo,

108 Yaa Waaqayyo, // galata fedhiidhaan afaan kootii baʼu fudhadhu;

109 Jireenyi koo yeroo hunda harka koo keessa jiraatu iyyuu,

110 Hamoonni kiyyoo naa kaaʼaniiru;

111 Seerri kee dhaala koo kan bara baraa ti;

112 Garaan koo hamma dhumaatti

113 Ani nama yaada lamaa nan jibba;

114 Ati iddoo ani itti baqadhuu fi gaachana koo ti;

115 Akka ani ajajawwan Waaqa koo eeguuf,

116 Ati akkuma waadaa keetiitti na deeggari; // anis nan jiraadha;

117 Akka ani nagaadhaan jiraadhuuf na deeggari;

118 Sababii gowwoomsaan isaanii faayidaa hin qabneef;

119 Ati hamoota lafa irraa hunda akka kosiitti gatta;

120 Foon koo si sodaachuudhaan hollata;

121 Ani waan qajeelaa fi tolaa hojjedheera;

122 Nagaan jiraachuu tajaajilaa keetii mirkaneessi;

123 Iji koo fayyisuu kee eeguudhaan,

124 Akkuma jaalala keetiitti tajaajilaa kee yaadadhu;

125 Ani tajaajilaa kee ti;

126 Yaa Waaqayyo, kun yeroo ati itti hojjettuu dha;

127 Kanaafuu ani warqee caalaa,

128 ani akka seerri kee hundi qajeelaa taʼe nan amana;

129 Sirni kee dinqisiisaa dha;

130 Ibsamuun dubbii keetii ifa kenna;

131 Ani ajajawwan kee hawwuudhaan

132 Ati akkuma yeroo hunda warra maqaa kee jaalataniif gootu sana,

133 Akkuma dubbii keetiitti tarkaanfii miilla kootii naa qajeelchi;

134 Akka ani ajaja kee eeguuf

135 Akka fuulli kee tajaajilaa kee irratti ifu godhi;

136 Sababii namoonni seerra kee hin eegneef,

137 Yaa Waaqayyo, ati qajeelaa dha;

138 Seerri ati kennite qajeelaa dha;

139 Sababii diinonni koo dubbii kee dagataniif,

140 Waadaan kee sirriitti qoramee ilaalameera;

141 Xinnaadhee tuffatamu iyyuu,

142 Qajeelummaan kee bara baraan jiraata;

143 Rakkinnii fi dhiphinni natti dhufeera;

144 Seerri kee bara baraan qajeelaa dha;

145 Yaa Waaqayyo, ani garaa koo guutuudhaan sin waammadha;

146 Ani sittin iyyadha; ati na fayyisi;

147 Ani utuu lafti hin bariʼin kaʼee gargaarsaaf nan iyyadha;

148 Akka ani irra deddeebiʼee waadaa kee yaaduuf,

149 Akkuma jaalala keetiitti sagalee koo dhagaʼi;

150 Warri daba mariʼatan as dhiʼoo jiru;

151 Yaa Waaqayyo, ati garuu dhiʼoo jirta;

152 Akka ati ajajawwan kee bara baraan hundeessite,

153 Dhiphina koo argiitii na oolchi;

154 Dubbii koo naa falmi; na furis;

155 Sababii isaan sirna kee hin barbaanneef,

156 Yaa Waaqayyo, gara laafinni kee guddaa dha;

157 Diinonni koo warri na ariʼatan baayʼee dha;

158 Sababii isaan dubbii keetiif hin ajajamneef,

159 Akkam akka ani qajeelfama kee jaalladhu mee ilaali;

160 Dubbiin kee hundinuu dhugaa dha;

161 Bulchitoonni sababii malee na ariʼatan;

162 Ani akka nama boojuu guddaa argate tokkootti,

163 Ani soba nan jibba; nan xireeffadhas;

164 Sababii seera kee qajeelaa sanaatiif,

165 Warri seera kee jaallatan nagaa guddaa qabu;

166 Yaa Waaqayyo, ani fayyisuu kee nan abdadha;

167 Ani waanan guddaa isa jaalladhuuf,

168 Ati karaa koo hunda waan beektuuf,

169 Yaa Waaqayyo, iyyi koo fuula kee dura haa gaʼu;

170 Waammanni koo fuula kee dura haa gaʼu;

171 Sababii ati qajeelfama kee na barsiiftuuf,

172 Arrabni koo dubbii kee haa faarfatu;

173 Waan ani sirna kee filadheef,

174 Yaa Waaqayyo, ani fayyisuu kee nan hawwa;

175 Lubbuun koo si galateeffachuuf haa jiraattu;

176 Ani akkuma hoolaa badee karaa irraa jalʼadheera.

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado