1 Lafti hundinuu Waaqayyoof ililchaa.
2 Gammachuudhaan Waaqayyoon waaqeffadhaa;
3 Akka Waaqayyo Waaqa taʼe beekaa;
4 Galateeffachuudhaan karrawwan isaa,
5 Waaqayyo gaariidhaatii; araarri isaa kan bara baraa ti;
GAZ