1 Namni adabamuu jaallatu kam iyyuu beekumsa jaallata;
2 Namni gaariin Waaqayyo biratti fudhatama argata;
3 Namni tokko hamminaan jabaatee hin dhaabatu;
4 Niitiin amala gaarii dhirsa isheetiif gonfoo dha;
5 Karoorri qajeeltotaa qajeelaa dha;
6 Dubbiin hamootaa dhiiga dhangalaasuuf // riphee nama eeggata;
7 Namoonni hamoon ni garagalfamu; deebiʼaniis hin argaman;
8 Namni tokko akkuma ogummaa isaatti jajama;
9 Namni tuffatamaan hojjetaa qabu tokko,
10 Namni qajeelaan lubbuu horii isaatiif yaada;
11 Namni lafa isaa qotatu nyaata guddaa argata;
12 Hamoonni boojuu jalʼootaa hawwu;
13 Namni hamaan cubbuu afaan isaatiin qabama;
14 Namni waan afaan isaatii baʼuun waan gaariin guutama;
15 Nama gowwaa karaan isaa qajeelaa itti fakkaata;
16 Aariin gowwaa yommusuma isa irraa beekama;
17 Namnii dhugaa dubbatu ragaa amanamaa kenna;
18 Dubbiin of eeggannaa hin qabne // akkuma goraadee nama waraana;
19 Afaan dhugaa dubbatu bara baraan jiraata;
20 Garaa warra waan hamaa malatanii keessa // gowwoomsaatu jira;
21 Qajeeltotatti miidhaan tokko iyyuu hin dhufu;
22 Waaqayyo arraba sobu ni jibba;
23 Namni hubataan beekaa taʼuu isaa dhokfata;
24 Harki nama jabaatee hojjetuu ni moʼa;
25 Garaan yaaddaʼu gad nama deebisa;
26 Namni qajeelaan ollaa isaa karaa argisiisa;
27 Namni dhibaaʼaan waan adamsee ajjeese hin waaddatu;
28 Karaa qajeelummaa irra jireenyatu jira;