1 Yaa Israaʼel hin ililchin;
2 Oobdiiwwanii fi iddoon cuunfaa wayinii saba hin sooran;
3 Isaan biyya Waaqayyoo keessatti hin hafan;
4 Isaan dhibaayyuu daadhii wayinii Waaqayyoof hin dhibaafatan;
5 Isin guyyaa ayyaana keessan murteeffameetti,
6 Yoo isaan badiisa jalaa baʼan iyyuu
7 Guyyoonni adabbii dhufaa jiru;
8 Raajichi Waaqa koo wajjin
9 Isaan akkuma bara Gibeʼaa keessatti taʼe sana
10 “Yeroo ani Israaʼelin argetti,
11 Ulfinni Efreem akkuma simbirroo barrisee bada;
12 Yoo isaan ijoollee guddifatan iyyuu
13 Ani Efreemin isaa akkuma Xiiroos
14 Yaa Waaqayyo isaaniif kenni;
15 “Sababii hammina isaanii kan Gilgaal keessatti hojjetame sana hundaatiif,
16 Efreem rukutameera;
17 Sababii isaan isaaf hin ajajaminiif,