1 “Obboloota keessaniin, ‘Saba koo’ obboleettota keessaniin immoo, ‘Jaallatamtuu koo’ jedhaa.
2 “Haadha keessanitti dheekkamaa; isheetti dheekkamaa;
3 Yoo kanaa achii ani wayyaa ishee irraa baasee
4 Isaan ijoollee ejjummaa waan taʼaniif,
5 Haati isaanii amanamummaa dhabdee
6 Kanaafuu ani haafa qoraattiitiin daandii ishee nan cufa;
7 Isheen michoota ishee duukaa buuti; garuu isaan hin qaqqabdu;
8 Isheen akka ani midhaan,
9 “Kanaafuu ani yeroo inni bilchaatutti midhaan koo,
10 Ani amma ijuma michoota ishee duratti
11 Ani ayyaana ishee hunda jechuunis,
12 Ani muka wayinii isheetii fi muka harbuu ishee
13 Ani guyyoota isheen itti
14 “Kanaafuu ani amma ishee nan sossoba;
15 Ani iddoo dhaabaa wayinii ishee deebisee nan kennaaf;
16 “Ati gaafa sana” jedha Waaqayyo;
17 Ani maqaawwan Baʼaal afaan isheetii nan balleessa;
18 Ani gaafas bineensa bosonaatii fi simbirroota samii wajjin,
19 Ani bara baraan ofii kootiif sin kaadhimadha;
20 Ani amanamummaadhaan sin kaadhimadha;
21 Waaqayyo akkana jedha;
22 laftis midhaaniif, daadhii wayinii haaraa fi
23 Ani ofii kootiif lafa irra ishee nan dhaabbadha;