Obadias 1

GAZ

1 Mulʼata Obaadiyaa.

2 “Kunoo, ani saboota gidduutti sin xinneessa;

3 Ati kan baqaqaa kattaa keessa jiraattee

4 Yoo ati akkuma risaa ol fagaattee

5 “Hattuun yoo sitti dhuftee

6 Esaawu garuu akkam saamamee

7 Gareen kee hundinuu gara moggaatti si dhiiba;

8 “Ani bara sana ogeeyyii Edoom,

9 “Yaa Teemaan qabsaaʼonni kee ni rifatu;

10 Sababii daba obboleessa kee Yaaqoobitti hojjetameetiif

11 Gaafa alagoonni qabeenya isaa

12 Gaafa inni milkii dhabetti

13 Bara balaan isaanitti dhufe keessa

14 Baqattoota isaa fixuuf jettee qaxxaamura karaatti

15 “Guyyaan Waaqayyoo

16 Akkuma isin gaara koo qulqulluu irratti dhugdan sana,

17 Tulluu Xiyoon irra garuu furamuun ni jiraata;

18 Manni Yaaqoob ibidda,

19 Namoonni Negeeb

20 Gareen boojiʼamtoota Israaʼel kan Kanaʼaan jiraatu kun

21 Bilisa baastonni tulluuwwan Esaaw bulchuudhaaf

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado