1 Waan Waaqayyo jedhu dhaggeeffadhaa:
2 “Yaa tulluuwwan himata Waaqayyoo dhagaʼaa;
3 “Yaa saba ko, ani maalan si godhe?
4 Ani biyya Gibxii sin baasee
5 Yaa saba ko, mee gorsa Baalaaq mootiin Moʼaab gaafatee fi
6 Ani maaliinan fuula Waaqayyoo dura dhufee
7 Waaqayyo korbeeyyii hoolaa kuma hedduutti,
8 Yaa nama, inni waan gaarii si argisiiseera.
9 Isin dhaggeeffadhaa! Waaqayyo akkana jedhee magaalattii waama:
10 Yaa mana hamaa, ani qabeenya isin dabaan argattanii fi
11 Ani nama madaallii sobaatiin hojjetuu fi
12 Sooreyyiin ishee jalʼoota;
13 Kanaafuu ani sababii cubbuu keessaniitiif isin diigee,
14 Ati inuma nyaatta; garuu hin quuftu;
15 Ati ni facaafatta; garuu hin haammattu;
16 Ati sirna Omriitii fi