1 Bara dhumaa keessa
2 Saboonni baayʼeen dhufanii akkana jedhu;
3 Inni namoota hedduu gidduutti murtii kennee
4 Namni hundi muka wayinii isaatii fi
5 Saboonni hundinuu
6 Waaqayyo akkana jedha;
7 Ani warra naafa hambaa,
8 Yaa gamoo eegumsa bushaayee,
9 Ati amma maaliif akkana iyyitee boossa?
10 Yaa Intala Xiyoon,
11 Amma garuu saboonni hedduun si marsaniiru.
12 Isaan garuu yaada Waaqayyoo hin beekan;
13 “Yaa Intala Xiyoon kaʼiitii midhaan dhaʼi;