Miquéias 1

GAZ

1 Bara Yootaam, Aahaazii fi Hisqiyaas mootota Yihuudaa turan keessa dubbiin Waaqayyoo gara Miikiyaas namicha Mooresheet dhufe; kunis mulʼata inni waaʼee Samaariyaatii fi waaʼee Yerusaalem argee dha.

2 Yaa namoota, isin hundinuu dhagaʼaa;

3 Kunoo! Waaqayyo iddoo jireenya isaatii dhufaa jira;

4 Akkuma gagaa fuula ibiddaa dura jiruu,

5 Wanni kun hundi sababii dogoggora Yaaqoobiif,

6 “Kanaafuu ani Samaariyaa tuullaa diigamaa,

7 Waaqonni ishee tolfamoon hundinuu ni hurreeffamu;

8 Sababii waan kanaatiif ani booʼee nan wawwaadha;

9 Madaan ishee waan hin fayyineef,

10 Isin waan kana Gaati keessatti hin dubbatinaa;

11 Isin warri Shaafiir keessa jiraattan,

12 Sababii balaan Waaqayyo biraa dhufee

13 Ati Laakkiish keessa kan jiraattu,

14 Kanaafuu ati Mooresheet Gaatiif

15 Ani warra Maareeshaa keessa jiraattanitti

16 Sababii gadda ijoollee itti gammadduutiif jedhii

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado