Lamentações 1

GAZ

1 Magaalaan dur namaan guutamtee turte sun

2 Isheen halkan halkan hiqqifattee boossi;

3 Rakkinaa fi cunqurfama guddaa booddee

4 Daandiiwwan Xiyoon ni booʼu;

5 Amajaajonni ishee gooftota ishee taʼaniiru;

6 Intala Xiyoon irraa

7 Baroota rakkinaa fi asii achi jooruu ishee keessa

8 Yerusaalem akka malee cubbuu hojjette;

9 Xuraaʼummaan ishee wandaboo isheetti maxxane;

10 Qabeenya ishee hundatti

11 Namoonni ishee hundinuu utuma

12 “Warra karaa irra dabartan hundi, kun isiniif homaa mitii?

13 “Inni ol gubbaadhaa ibidda erge;

14 “Cubbuun koo waanjootti hidhameera;

15 “Gooftaan gootota na keessatti argaman

16 “Wanni ani booʼee

17 Xiyoon harka ishee balʼifatteerti;

18 “Waaqayyo qajeelaa dha;

19 “Ani tumsitoota koo nan waammadhe;

20 “Yaa Waaqayyo akka ani dhiphadhe ilaali!

21 “Namoonni akka ani aadaa jiru dhagaʼaniiru;

22 “Hamminni isaanii hundinuu

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado