1 Gaafas Debooraa fi Baaraaqi ilmi Abiinooʼam akkana jedhanii faarfatan:
2 “Yommuu ilmaan moototaa Israaʼelin hoogganan,
3 “Yaa mootota, waan kana dhagaʼaa! Bulchitoonnis dhaggeeffadhaa!
4 “Yaa Waaqayyo, yeroo ati biyya Seeʼiirii baate,
5 Tulluuwwan fuula Waaqayyo Waaqa Siinaa duratti,
6 “Bara Ilma Anaat, jabana Shamgaar,
7 Hamma ani Debooraan,
8 Yommuu isaan waaqota haaraa filatanitti,
9 Garaan koo bulchitoota Israaʼel kanneen fedhiidhaan
10 “Isin warri harroota adaadii yaabbatan,
11 sagalee faarfattootaa dhagaʼaa.
12 ‘Yaa Debooraa! Dammaqi; dammaqi;
13 “Namoonni hafanis, gara warra gurguddaatti gad buʼan;
14 Warri hiddi isaanii Amaaleq keessa jiru tokko tokkos Efreem dhufan;
15 Hangafoonni Yisaakor Debooraa wajjin turan;
16 Ati maaliif marʼachuu isaanii dhagaʼuuf jettee
17 Giliʼaad Yordaanos gama taaʼe;
18 Sabni Zebuuloon duʼaaf of saaxile;
19 “Mootonni dhufanii lolan;
20 Samii keessaa urjiiwwan ni lolan;
21 Lagni durii, lagni Qiishoon,
22 Kotteen fardeenii guddisee didiche;
23 Ergamaan Waaqayyoos, ‘Meerozin abaaraa.
24 “Yaaʼeel niitiin Hebeer Qeenichaa sun
25 Inni bishaan kadhate; isheen immoo aannan kenniteef;
26 Harka ishee gara qofoo dunkaanaatti hiixatte;
27 Innis miilla ishee jalatti gombifame;
28 “Haati Siisaaraa foddaa keessaan gad ilaalte;
29 Dubartoota ishee keessaa isheen ogeettiin deebii kenniteef;
30 ‘Isaan boojuu argatanii addaan qoodachuutti jiru mitii?
31 “Kanaafuu yaa Waaqayyo, diinonni kee hundi haa barbadaaʼani!