Jeremias 46

GAZ

1 Dubbiin Waaqayyoo kan waaʼee sabootaatiif gara Ermiyaas raajichaa dhufe kanaa dha:

2 Waaʼee Gibxi:

3 “Gaachana keessan xinnaa fi

4 Fardeen feʼadhaa;

5 Ani maal argaan jira?

6 “Fiigaan baqachuu hin dandaʼu;

7 “Kan akka Abbayyaa,

8 Gibxi akkuma Abbayyaa,

9 Yaa fardeen, isin garmaamaa!

10 Guyyaan sun garuu guyyaa Gooftaa, // kan Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼuu,

11 “Yaa Gibxi durba qulqullittii,

12 Saboonni qaanii kee ni dhagaʼu;

13 “Dubbiin Waaqayyo akka Nebukadnezar mootiin Baabilon dhufee Gibxi dhaʼu Ermiyaas raajichatti dubbate kanaa dha:

14 “Waan kana Gibxi keessatti dubbadhu; Migdoolittis labsi;

15 Gootonni kee maaliif kufanii diriiru?

16 Isaan ammumaa amma gufatu;

17 Isaan achitti,

18 “Dhugaa ana jiraataa” jedha mootichi inni maqaan isaa

19 Ati kan Gibxi keessa jiraattu,

20 “Gibxi goromsa bareedduu dha;

21 Loltoonni isheen kiraadhaan bitattee gidduu ishee jiranis

22 Gibxi yeroo diinni isheetti dhufutti

23 Yoo inni hamma fedhe gobbate iyyuu,

24 Intalli Gibxi ni qaaneffamti;

25 Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu, Waaqni Israaʼel akkana jedha: “Ani Aamoon Waaqa Tebesitti, Faraʼoonitti, Gibxittii fi Waaqa isheetti, mootota isheettii fi warra Faraʼoonin amanatanitti adabbii nan fida.

26 Ani dabarsee warra lubbuu isaanii galaafachuu barbaadanitti, jechuunis Nebukadnezar mooticha Baabilonittii fi qondaaltota isaatti isaan kenna. Ergasii garuu Gibxi akkuma durii lafa namni keessa jiraatu ni taati” jedha Waaqayyo.

27 “Yaa Yaaqoob tajaajilaa ko, ati hin sodaatin;

28 Yaa Yaaqoob garbicha ko, ati hin sodaatin;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado