1 Namni qajeelaan ni duʼa;
2 Namni qajeelummaadhaan jiraatu,
3 “Isin garuu yaa ilmaan falfaltittii,
4 Isin eenyutti qoostu?
5 Isin mukkeen qilxuu gidduutti,
6 Dhagaawwan cululuqoon sulula keessaa qooda kee ti;
7 Ati siree kee tulluu guddaa fi ol dheeraa irra dhaabbatteerta;
8 Ati cufaa keetii fi michichila cufaa keetii duubaan,
9 Ati zayitii ejersaa fudhattee gara Moolek dhaqxe;
10 Dheerina karaa keetiitiin dadhabdee turte;
11 “Ati akka na sobduuf
12 Ani qajeelummaa keetii fi hojii kee ifatti nan baasa;
13 Yeroo ati gargaarsaaf iyyitutti,
14 Akkanas ni jedhama:
15 Inni guddaanii fi ol ol jedhe,
16 Ani bara baraan namatti hin falmu;
17 Ani dharraa isaa kan cubbuun guutame sanattan dheekkame;
18 Ani karaa isaa argeera; garuu isa nan fayyisa;
19 arraba boossuuwwan Israaʼel keessa jiraatanii irrattis // galata nan uuma.
20 Namoonni hamoon garuu akkuma galaana olii gadi daddarbatamu,
21 “Namoota hamoof nagaan hin jiru” jedha Waaqni koo.