1 “Yaa dubartii dhabduu,
2 “Iddoo dunkaana keetii balʼifadhu;
3 Ati gara mirgaattii fi gara bitaatti ni babalʼattaatii;
4 “Hin sodaatin; ati hin qaanoftuutii.
5 Uumaan kee dhirsa keeti;
6 Waaqayyo akka waan ati
7 “Ani yeroo muraasaafan si dhiise;
8 Ani dheekkamsa guddaadhaan
9 “Wanni kun anaaf akkuma bara Nohi,
10 Tulluuwwan raafamanii,
11 “Yaa magaalaa miidhamte kan dambaliidhaan garagalfamtee // nama si jajjabeessu dhabde,
12 Ani fiixee kee lula diimaadhaan,
13 Waaqayyo ilmaan kee hunda ni barsiisa;
14 Ati qajeelummaadhaan hundeeffamta;
15 Yoo namni tokko iyyuu lola sitti kaase ani keessaa hin qabu;
16 “Kunoo, kan tumtuu sibiilaa kan cilee buufee
17 meeshaan si miidhuuf tolfame kam iyyuu hin milkaaʼu;