1 Yaa Xiyoon, dammaqi, dammaqi;
2 Yaa Yerusaalem, awwaara of irraa dhadhaʼadhu;
3 Waaqayyo akkana jedhaatii:
4 Waaqayyo Gooftaan akkana jedhaatii:
5 “Yoos ani amma maalan asii qaba?” jedha Waaqayyo.
6 Kanaafuu sabni koo maqaa koo ni beeka;
7 Miilli warra wangeela fidanii,
8 Dhaggeeffadhu! Eegdonni kee sagalee isaanii ol fudhataniiru;
9 Yaa diigamtoota Yerusaalem
10 Waaqayyo fuula saboota hundaa duratti,
11 Isin warri miʼa Waaqayyoo baattan, addaan baʼaa;
12 Isin garuu ariitiidhaan achii hin baatan;
13 Kunoo, garbichi koo ogummaadhaan hojjeta;
14 Namoonni baayʼeen waaʼee isaa hamma naʼanitti,
15 akkasiinis inni saboota hedduu dinqisiifachiisa;