1 Yaa Waaqayyo, ati Waaqa koo ti;
2 Ati magaalaa sana tuullaa dhagaa,
3 Kanaafuu namoonni jajjaboon si kabaju;
4 Ati hiyyeeyyiif lafa itti baqatan,
5 akkuma hoʼa gammoojjii ti.
6 Waaqayyoon Waan Hunda Dandaʼu
7 Inni tulluu kana irratti,
8 inni bara baraan duʼa ni liqimsa.
9 Isaan gaafas akkana jedhu;
10 Harki Waaqayyoo tulluu kana irra ni boqota;
11 Innis akkuma namni bishaan daaku tokko daakuuf harka balʼifatu sana,
12 Inni dallaa kee ol dheeraa dhagaan ijaarame sana,