Isaías 14

GAZ

1 Waaqayyo Yaaqoobiif garaa ni laafa;

2 Saboonni isaan fudhatu;

3 Guyyaa Waaqayyo itti dhiphina, rakkinaa fi hojii hamaa isin itti garboomfamtanii turtan sana jalaa isin boqochiisutti,

4 akkana jettee mootii Baabilonitti ni qoosta:

5 Waaqayyo ulee hamootaatii fi

6 kan dheekkamsa wal irraa hin cinneetiin

7 Lafti hundi boqonnaa fi nagaa argatti;

8 Gaattiraawwanii fi birbirsawwan

9 Siiʼool isheen gadii yeroo ati dhuftutti si simachuuf kaati;

10 Isaan hundinuu deebisanii akkana jedhu;

11 Ulfinni kee hundinuu, sagalee baganaa keetii wajjin

12 Yaa bakkalcha barii, ilma barii barraaqaa,

13 Ati garaa keetti akkana jette;

14 Ani fiixee duumessootaa gara irraatti ol nan baʼa;

15 Garuu ati siiʼool keessa,

16 Warri si argan ija babaasanii si ilaalu;

17 namicha addunyaa kana gammoojjii godhe,

18 Mootonni sabootaa hundi,

19 Ati garuu akkuma damee jibbame tokkootti,

20 ati sababii biyya kee balleessitee

21 Sababii cubbuu abbootii isaaniitiif

22 “Ani isaanitti nan kaʼa,”

23 “Ani iddoo urunguun keessa jiraattuu fi

24 Waaqayyoon Waan Hunda Dandaʼu akkana jedhee kakateera;

25 Ani biyya koo keessatti Asoorota nan barbadeessa;

26 Karoorri guutummaa addunyaatiif murtaaʼe kanaa dha;

27 Waaqayyoon Waan Hunda Dandaʼu

28 Raajiin kun bara Aahaaz mootichi duʼe keessa dhufe:

29 Yaa Filisxeemota, uleen isin dhaʼe waan cabeef,

30 Hiyyeessi gadadamaan iddoo itti bobbaʼu argata;

31 Yaa karra, ati booʼi! Yaa magaalaa, iyyi!

32 Ergamoota saba sanaatiif

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado