Hebreus 1

GAZ

1 Bara durii Waaqni yeroo baayʼee fi karaa adda addaatiin raajotaan abbootii keenyatti dubbatee ture;

2 bara dhumaa kana keessa garuu Ilma isaa kan inni dhaaltuu waan hundumaa godhee muudeen nutti dubbate; isumaanis addunyaawwan uume.

3 Ilmi calaqqisa ulfina Waaqaa ti; eenyummaa Waaqaas akkuma jirutti mulʼisa; dubbii isaa humna qabeessa sanaanis waan hunda hirkisee baata. Innis erga cubbuu keenya nurraa qulqulleessee booddee samii irra mirga Waaqa ulfina qabeessa sanaa taaʼe.

4 Akkuma maqaan inni dhaale sun kan ergamootaa caalaa guddaa taʼe sana innis ergamoota caalaa guddaa dha.

5 Waaqni ergamoota keessaa isa kamiin,

6 Akkasumas Waaqni yommuu Ilma isaa hangafa gara addunyaa kanaatti ergutti,

7 Yommuu waaʼee ergamootaa dubbatus,

8 Waaʼee Ilmaa garuu akkana jedha;

9 Ati qajeelummaa jaallatte; jalʼina immoo ni jibbite;

10 Akkasumas inni akkana jedha;

11 Isaan ni badu; ati garuu ni jiraatta;

12 ati akkuma wayyaatti isaan marta;

13 Waaqni ergamoota keessaa isa kamiin,

14 Ergamoonni hundinuu hafuurota tajaajilan kanneen warra fayyina dhaalan tajaajiluuf ergaman mitii?

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado