Ezequiel 7

GAZ

1 Ergasii dubbiin Waaqayyoo akkana jedhee gara koo dhufe:

2 “Yaa ilma namaa, Waaqayyo Gooftaan biyya Israaʼeliin akkana jedha:

3 Ammas dhumni kee gaʼeera;

4 Ani gara laafinaan si hin ilaalu

5 “Waaqayyo Gooftaan akkana jedha:

6 Dhumni dhufeera!

7 Yaa warra biyyattii keessa jiraattan,

8 Ani dheekkamsa koo sitti dhangalaasuudhaafan jira;

9 Ani gara laafinaan si hin ilaalu

10 “ ‘Guyyaan sun kunoo ti!

11 Gooliin guddatee ulee hammina adabu taʼeera;

12 Yeroon sun dhufeera;

13 Hamma lamaan isaanii iyyuu lubbuun jiranitti

14 “ ‘Sababii dheekkamsi koo waldaa hunda irra jiruuf

15 Alaan goraadeetu jira;

16 Baqattoonni warri miliqan

17 Harki hundi ni naafata;

18 Isaan wayyaa gaddaa uffatanii

19 “ ‘Isaan meetii isaanii daandiiwwan irratti gatu;

20 Isaan faaya bareedaa isaaniitiin of tuulanii

21 Ani harka namoota biyya ormaatti boojuudhaaf,

22 Ani fuula koo isaan irraa nan deebifadha;

23 “ ‘Sababii biyyattiin dhiiga dhangalaasuudhaan,

24 Ani akka isaan manneen isaanii dhaalaniif

25 Yeroo raafamni dhufutti isaan nagaa barbaadu;

26 Badiin badii irratti,

27 Mootiin ni booʼa;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado