Ezequiel 28

GAZ

1 Ergasii dubbiin Waaqayyoo akkana jedhee gara koo dhufe:

2 “Yaa ilma namaa, bulchaa Xiiroosiin akkana jedhi; ‘Waaqayyo Gooftaan akkana jedha:

3 Ati Daaniʼel caalaa ogeessaa?

4 Ati ogummaa fi hubannaa keetiin

5 Ati ogummaa guddaa daldala keessatti qabduun

6 “ ‘Kanaafuu Waaqayyo Gooftaan akkana jedha:

7 ani namoota biyya ormaa

8 Isaan boolla keessa si buusu;

9 Yoos ati fuula warra si ajjeesanii duratti,

10 Ati harka namoota biyya ormaatti

11 Dubbiin Waaqayyoo akkana jedhee gara koo dhufe:

12 “Yaa ilma namaa, waaʼee mootii Xiiroos faarsii booʼiitii akkana jedhiin: ‘Waaqayyo Gooftaan akkana jedha:

13 Ati iddoo biqiltuu Waaqaa,

14 Ati Kiirubii waa eegu taatee dibamte;

15 Ati gaafa uumamtee jalqabdee

16 Babalʼina daldala keetiitiin

17 Sababii miidhagina keetiitiif,

18 Ati cubbuu kee hedduu fi shaqqaba daldala keetiitiin

19 Saboonni si beekan hundinuu

20 Ergasii dubbiin Waaqayyoo akkana jedhee gara koo dhufe;

21 “Yaa ilma namaa, fuula kee Siidoonaatti garagalfadhuutii isheedhaan mormuudhaan raajii dubbadhu;

22 akkanas jedhi: ‘Waaqayyo Gooftaan akkana jedha:

23 Ani dhaʼicha isheetti ergee

24 “ ‘Sabni Israaʼel siʼachi olloota hamoo akka sokorruu nama waraananii akka qoraattii immoo nama madeessan hin qabaatu. Ergasiis isaan akka ani Waaqayyo Gooftaa taʼe ni beeku.

25 “ ‘Waaqayyo Gooftaan akkana jedha: Yeroo ani mana Israaʼel saboota isaan keessa bibittinnaaʼan keessaa walitti qabutti, ani akkan isaan gidduutti qulqulluu taʼe fuula sabootaa duratti of nan argisiisa. Ergasii isaan biyya ofii isaanii kan ani garbicha koo Yaaqoobiif kenne sana keessa ni jiraatu.

26 Isaan nagaadhaan achi jiraatanii manneen ijaarratanii wayiniis dhaabbatu; yeroo ani olloota isaanii kanneen isaan cunqursan adabutti, isaan nagumaan jiraatu. Ergasii isaan akka ani Waaqayyo Waaqa isaanii taʼe ni beeku.’ ”

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado