1 “Waaʼee ilmaan mootota Israaʼeliif faarsii booʼi;
2 akkanas jedhi:
3 Ilmoolee ishee keessaas tokko guddifatte;
4 Saboonni waaʼee isaa dhagaʼan;
5 “ ‘Isheen yommuu akka abdiin ishee hin guutamin,
6 Inni leencota gidduu biddiiqe;
7 Inni daʼannoo isaanii diige;
8 Ergasii saboonni warri kutaalee biyya naannoo
9 Isaan hokkoodhaan qabanii mana shiboo keessa isa kaaʼan;
10 “ ‘Haati kee akkuma wayinii
11 Dameewwan isaas jajjaboo
12 Isheen garuu aariidhaan buqqifamtee
13 Amma isheen gammoojjii keessa,
14 Damee ishee tokko keessaa ibiddi baʼee