Êxodo 15

GAZ

1 Yommus Musee fi Israaʼeloonni Faarfannaa kana Waaqayyoof faarfatan:

2 “Waaqayyo jabina kootii fi faarfannaa koo ti;

3 Waaqayyo goota waraanaa ti;

4 Inni gaariiwwan Faraʼoonii fi loltoota isaa

5 Tuujubni isaan irra gara gale;

6 Yaa Waaqayyo,

7 “Ati guddina ulfina keetiitiin

8 Hafuura funyaan keetiitiin

9 Diinni, ‘Ani faana buʼee isaan qaqqaba.

10 Ati garuu bubbee kee itti bubbifte;

11 Yaa Waaqayyo,

12 “Ati harka kee mirgaa diriirfannaan,

13 Ati saba furte sana,

14 Saboonni dhagaʼanii hollatu;

15 Hangafoonni Edoom ni rifatu;

16 sodaa fi abdii kutachuun isaan irra buʼa.

17 Yaa Waaqayyo, ati gara tulluu dhaala keetiitti,

18 “Waaqayyo,

19 Yommuu fardeen, gaariiwwanii fi abbootiin fardaa kan Faraʼoon galaana seenanitti Waaqayyo bishaanota isaan irra garagalche; Israaʼeloonni garuu lafa gogaa irra deemanii galaana keessa darban.

20 Miiriyaam obboleettiin Aroon raajittiin sun dibbee harkatti qabattee kaate; dubartoonni hundinuus dibbee isaanii fudhatanii sirbaa ishee faana buʼan.

21 Miiriyaamis akkana jettee isaaniif faarfatte:

22 Museenis saba Israaʼel Galaana Diimaa biraa fuudhee qajeelche; isaanis Gammoojjii Shuuri seenan. Israaʼeloonnis utuu bishaan hin argatin guyyaa sadii gammoojjii keessa deeman.

23 Isaanis yommuu Maaraa gaʼanitti bishaan isaa dhuguu hin dandeenye; bishaan sun hadhaaʼaa tureetii. Wanni iddoon sun Maaraa jedhameefis kanuma.

24 Jarri sunis, “Nu maal haa dhugnuu?” jedhanii Museetti guunguman.

25 Yommus Museen Waaqayyotti iyyinaan, Waaqayyo muka tokko isa argisiise. Innis muka sana bishaanitti gad darbate; bishaan sunis ni miʼaawe.

26 Innis akkana jedhe; “Ati yoo sagalee Waaqayyo Waaqa keetii garaa tokkoon dhageesse, yoo waan fuula isaa duratti qajeelaa taʼe hojjette, yoo ajaja isaa qalbeeffattee fi yoo seera isaa hunda eegde, ani dhukkuba warra Gibxitti fide sana keessaa tokko iyyuu sitti hin fidu; ani Waaqayyo si fayyisuudhaatii.”

27 Isaanis gara Eelim iddoo burqaan kudha lamaa fi mukkeen meexxii torbaatamni turan dhufanii achi bishaan bira qubatan.

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado