Eclesiastes 7

GAZ

1 Shittoo urgaaʼaa irra maqaa gaarii wayya;

2 Mana cidhaa dhaquu mannaa

3 Fuulli gaddu waan garaa gammachiisuuf

4 Qalbiin ogeessaa mana booʼichaa jira,

5 Sirba gowwootaa dhagaʼuu mannaa

6 Kolfi gowwaa akkuma qoraattii

7 Cunqursaan ogeessa gowwaa godha;

8 Jalqaba waan tokkoo irra dhuma isaa wayya;

9 Hafuura keetiin aaruuf hin ariifatin;

10 Ati, “Barri durii maaliif bara kana caale?” hin jedhin;

11 Ogummaan akkuma dhaalaa waan gaarii dha;

12 Akkuma maallaqni daʼoo taʼe sana

13 Waan Waaqni hojjete mee ilaali:

14 Yommuu yeroon gaarii taʼutti gammadi;

15 Ani jireenya koo kan faayidaa hin qabne kana keessatti waan kana lachuu argeera; kunis:

16 Ati akka malee qajeelaa hin taʼin;

17 Ati akka malee hamaa hin taʼin;

18 Utuu isa kaan gad hin dhiisin

19 Ogummaan, bulchitoota magaalaa tokko keessa jiran kudhan caalaa

20 Namni qajeelaan waan qajeelaa malee

21 Waan namni jedhu hunda hin dhaggeeffatin;

22 ati mataan kee iyyuu yeroo baayʼee

23 Ani waan kana hunda ogummaadhaanan qoradhee,

24 Wanti jiru hundi fagoo dha; gad fagoo dha;

25 Kanaafuu ani gara ogummaa fi

26 Ani waan duʼa caalaa hadhaaʼuu nan arge; kunis:

27 Lallabaan akkana jedha; “Kunoo wanni ani qoradhee bira gaʼe kanaa dha:

28 ani ammas nan sakattaʼe;

29 Kunoo ani waan kana qofa nan argadhe:

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado