Eclesiastes 4

GAZ

1 Ani ammas ilaalee cunqursaa aduudhaa gaditti adeemsifamaa jiru hunda nan arge:

2 Anis akka warri duʼan,

3 Garuu namni hamma ammaatti hin dhalatin

4 Anis akka dadhabbiin hojii hundii fi milkaaʼuun hundi hinaaffaa namni ollaa isaa wajjin qabu irraa burqu nan arga. Kunis bubbee ariʼuu dha; faayidaas hin qabu.

5 Gowwaan harka isaa maratee taaʼa;

6 Dadhabbii fi bubbee ariʼuudhaan

7 Ani amma illee waan faayidaa hin qabne tokko aduudhaa gaditti nan arge:

8 Nama kophaa isaa jiraatu tokkotu jira;

9 Isaan sababii hojii isaaniitiif gatii gaarii waan argataniif

10 Yoo inni tokko kufe,

11 Yoo namoonni lama wajjin ciisan itti hoʼa;

12 Namni tokko moʼatamuu dandaʼa;

13 Mootii dulloomaa fi gowwaa siʼachi gorsa hin fudhanne irra, dargaggeessa hiyyeessa ogeessa wayya.

14 Inni yoo hiyyumaan mootummaa sana keessatti dhalate iyyuu mana hidhaatii baʼee mootii taʼuu dandaʼaatii.

15 Ani akka namni aduudhaa gad jiraate hundi dargaggeessa mootii dhaalu sana duukaa buʼe nan arge.

16 Baayʼinni nama fuula isaanii dura jiruu hamma hin qabu ture. Warri duubaan dhufan garuu dargaggeessa dhaalu sanatti hin gammanne. Kun hundis bubbee ariʼuu dha; faayidaas hin qabu.

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado