Eclesiastes 12

GAZ

1 Utuu guyyaan rakkinaa hin dhufin,

2 utuu aduu fi ifni,

3 yeroo itti eegdonni manaa hollatanii

4 yeroo itti balballi daandii guddaatti geessu cufamee

5 yeroo itti namni lafa ol dheeraa fi

6 Utuu funyoon meetii hin citin,

7 utuu biyyoon lafa turetti hin deebiʼin,

8 Lallabaanis, “Wanni hundi faayidaa hin qabu!

9 Lallabaan sun ogeessa qofa utuu hin taʼin beekumsas namaaf ni qooda ture. Inni itti yaadee, qoratee fakkeenya baayʼee tartiibaan kaaʼeera.

10 Lallabaan kun jecha sirrii argachuuf jedhee qorate; wanni inni barreesses qajeelaa fi dhugaa dha.

11 Dubbiin ogeessaa akkuma meeshaa ittiin loon oofanii ti; jechi isaa kan walitti qabames akkuma mismaara jabeeffamee rukutamee ti; kanas tiksee tokkotu kenne.

12 Yaa ilma ko, waan kana irraa hafe hunda of eeggadhu.

13 Amma wanni hundinuu dhagaʼameera;

14 Waaqni hojii hunda,

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado