Eclesiastes 10

GAZ

1 Akkuma tisiisni duute tokko shittoo ajeessitu sana

2 Yaadni ogeessaa karaa mirgaa,

3 Gowwaan yoo karaa deemu illee qalbii hin qabu;

4 Yoo dheekkamsi bulchaa tokkoo sitti hammaate,

5 Hamminni ani aduudhaa gaditti arge tokko jira;

6 Utuma badhaadhonni iddoo gad aanu qabatanii jiranuu,

7 Ani utuma ilmaan moototaa akka garbootaa miillaan deemanii

8 Namni boolla qotu kam iyyuu ofuma isaatii keessa buʼa;

9 Namni dhagaa baasu kam iyyuu dhagaa sanaan miidhamuu dandaʼa;

10 Qottoon doomee

11 Bofti tokko utuu hin raateffamin yoo nama idde,

12 Dubbiin afaan ogeessaatii baʼu ulfina qaba;

13 Dubbiin isaa jalqabatti gowwummaa dha;

14 namni gowwaan dubbii baayʼisa.

15 Dadhabbiin gowwaa isuma butuchiti;

16 Yaa biyya mootiin kee mucaa turee,

17 Yaa biyya mootiin kee sanyii beekamaa irraa dhalate,

18 Dhibaaʼummaan, mana duuffisa;

19 Cidhi kolfaaf qopheeffama;

20 Sababii simbirri samii dubbii kee geessituuf,

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado