Apocalipse 18

GAZ

1 Ergasiis utuu ergamaan biraa samii irraa gad buʼuu nan arge. Innis taayitaa guddaa qaba ture; ulfina isaatiinis lafti ni ifte.

2 Innis akkana jedhee sagalee guddaadhaan iyye:

3 Saboonni hundinuus,

4 Sagalee biraas samii irraa nan dhagaʼe; innis akkana jedha:

5 cubbuun ishee hamma samiitti ol tuulameeraatii;

6 Akkuma isheen kennitetti isinis isheef kennaa;

7 Hammuma isheen ulfina ofii kennitee qananii guddaadhaan jiraatte sana,

8 Kanaafuu dhaʼichi garaa garaa jechuunis,

9 “Mootonni lafaa warri ishee wajjin sagaagalanii fi warri qananii guddaadhaan ishee wajjin jiraatan yommuu aara gubamuu ishee arganitti isheef ni booʼu; ni wawwaatus.

10 Isaanis dhiphina ishee waan sodaataniif fagoo dhaabatanii,

11 “Daldaltoonni lafaas siʼachi waan namni tokko iyyuu miʼa daldala isaanii hin binneef isheef ni booʼu; ni wawwaatus.

12 Miʼi daldala isaaniis warqee, meetii, dhagaawwan gatii guddaatii fi lula, uffata haphii quncee talbaa irraa hojjetame, uffata dhiilgee, uffata haarriitii fi bildiimaa, muka urgaaʼaa gosa hundaa, miʼa ilka arbaa irraa hojjetame hunda, miʼa muka gatii guddaa irraa hojjetame hunda, miʼa naasii irraa hojjetame hunda, miʼa sibiilaatii fi miʼa dhagaa adii irraa hojjetame hundaa fi

13 qarafaa fi urgooftuu, ixaana, qumbii, haphee urgaaʼaa, daadhii wayiniitii fi zayitii ejersaa, daakuu bullaaʼaa fi qamadii, loowwanii fi hoolota, fardeenii fi gaariiwwan, akkasumas garbootaa fi lubbuuwwan namootaa faʼa.

14 “Isaanis, ‘Iji waan ati hawwite sanaa si duraa badeera. Badhaadhummaa fi bareedinni kee hundinuu sirraa badeera; gonkumaas deebitee hin argattu’ isheedhaan jedhu.

15 Daldaltoonni miʼa kanneen gurguratanii ishee irraa badhaadhummaa argatanis dhiphina ishee sodaatanii fagoo dhaabatu. Isaanis booʼaa, wawwaachaas,

16 sagalee guddaadhaan akkana jedhu:

17 Badhaadhummaan guddaan akkanaa saʼaatuma tokko keessatti barbadaaʼe!’

18 Isaan yommuu aara gubamuu ishee arganitti, ‘Magaalaan akka magaalaa guddittii kanaa jiraattee beektii?’ jedhanii iyyu.

19 Isaanis awwaara mataatti firfirfatanii booʼaa, wawwaachaas akkana jedhanii iyyu:

20 “Yaa samii kufaatii isheetti gammadi!

21 Ergamaan jabaan tokkos dhagaa hamma dhagaa daakuu gaʼu tokko fuudhee galaanatti gad darbatee akkana jedhe:

22 Sagaleen warra baganaa fi muuziiqaa taphatanii,

23 Ifni ibsaa, lammata si keessatti hin ifu.

24 Dhiigni raajotaatii fi dhiigni qulqullootaa,

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado