Amós 8

GAZ

1 Waaqayyo Gooftaan waan kana natti argisiise: kun guuboo ija bilchaateen guutamee dha.

2 Innis, “Amoos, ati maal arguutti jirta?” jedhee na gaafate.

3 Waaqayyo Gooftaan akkana jedha; “Gaafas faarfannaan mana qulqullummaa keessaa booʼichatti geeddarama. Reeffi akka malee hedduun lafa hundatti gatama! Calʼisuunis ni taʼa!”

4 Isin warri rakkattoota dhidhiittanii

5 isin akkana jettu;

6 hiyyeeyyii meetiidhaan,

7 Waaqayyo akkana jedhee ulfina Yaaqoobiin kakateera; “Ani gonkumaa waan isaan hojjetan tokko illee hin irraanfadhu.

8 “Sababii kanaaf lafti kirkirtee

9 Waaqayyo Gooftaan akkana jedha; “Bara sana,

10 Ani ayyaana amantii keessanii gaddatti,

11 Waaqayyo Gooftaan akkana jedha;

12 Namoonni dubbii Waaqayyoo barbaacha

13 “Bara sana

14 Warri cubbuu Samaariyaatiin kakatan

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado