2 Samuel 22

GAZ

1 Daawit yommuu Waaqayyo harka diinota isaa hundaa fi harka Saaʼol jalaa isa baasetti dubbii Faarfannaa kana Waaqayyoof faarfate.

2 Innis akkana jedhe:

3 Waaqni koo kattaa koo kan ani kooluu itti galuu dha;

4 “Ani Waaqayyo galanni isaaf malu sana nan waammadha;

5 Dambaliin duʼaa na marseera;

6 Funyoon siiʼool natti marame;

7 “Ani dhiphina koo keessatti Waaqayyoon nan waammadhe;

8 Lafti ni hollatte; ni sochootes;

9 Aarri funyaan isaatii ol baʼe;

10 Inni samiiwwan tarsaasee gad buʼe;

11 Inni kiirubeelin yaabbatee barrise;

12 Inni dukkana, duumessa samii

13 Ifa fuula isaa keessaas

14 Waaqayyo samiidhaa ni qaqawweessaʼe;

15 Inni xiyya isaa darbatee diinota bittinneesse;

16 Dheekkamsa, Waaqayyootiin

17 “Inni ol gubbaadhaa gad hiixatee na qabe;

18 Inni diina koo isa jabaa jalaa, amajaajota koo

19 Isaan guyyaa rakkina kootti natti dhufan;

20 Inni iddoo balʼaatti na baase;

21 “Waaqayyo akkuma qajeelummaa kootiitti naa kenneera;

22 Ani karaa Waaqayyoo eegeeraatii;

23 Seerri isaa hundinuu fuula koo dura jira;

24 Ani fuula isaa duratti mudaa hin qabu ture;

25 Waaqayyo akkuma qajeelumma kootti,

26 “Ati nama amanamaatti amanamummaa kee argisiifta;

27 nama qulqulluutti qulqulluu taata;

28 Ati warra gad of qaban ni oolchita;

29 Yaa Waaqayyo, ati ibsaa koo ti;

30 Ani gargaarsa keetiin loltoota dhiibbadhee nan deema;

31 “Waaqa kana, karaan isaa mudaa hin qabu;

32 Waaqayyo malee Waaqni eenyu?

33 Kan humna na hidhachiisu,

34 Inni miilla koo akka miilla borofaa godha;

35 Inni harka koo waraanaaf leenjisa;

36 Ati gargaarsa kee kan nama fayyisu gaachana naaf goota;

37 Akka koomeen koo hin mucucaanneef,

38 “Ani diinota koo ariʼee nan balleesse;

39 Ani guutumaan guutuutti isaan nan barbadeesse;

40 Ati lolaaf humna na hidhachiifte;

41 Akka diinonni koo dugda duubatti deebiʼanii baqatan gooteerta;

42 Isaan gargaarsaaf iyyan; garuu kan isaan oolchu tokko iyyuu hin turre;

43 Anis akkuma awwaara lafaatti isaan nan daake;

44 “Ati lola namootaa jalaa na baafteerta;

45 namoonni ormaa na sossobatan;

46 Isaan hundi abdii kutatan;

47 “Waaqayyo jiraataa dha! Kattaan koo haa eebbifamu!

48 Inni Waaqa haaloo naa baasu,

49 kan diinota koo jalaas bilisa na baasuu dha.

50 Kanaafuu yaa Waaqayyo, ani saboota gidduutti sin leellisa;

51 “Inni moʼannaawwan gurguddaa mootii isaatiif ni kenna;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado